This page will teach you weather vocabulary in Oromo and English.
| English | Oromo |
|---|---|
| weather | qilleensa |
| cloud | duumeessa, golgola |
| cloudy | golgolaawaa |
| rain | robuu, bokkaan bu’uu |
| rainy | robaa, bokkaa’aa, lafti rooba |
| rainbow | sabbata gaaloo, sabbata waaqayyoo |
| sun | aduu, biiftuu |
| sunny | adooleessa |
| snow | hancabbii, cabbii, rooba itite |
| hail | jirkaa |
| fog | hurree, qayyota |
| foggy | ka huree qofaa |
| cold | dhaammoochuu |
| hot | owwaa, ow’aa |
| dry | goggogaa, caamaa |
| wet | jituu, dabana |